Darbinsa Yeroo Falmii Lafa Baadiyyaa. ✅Biyya keenyatti lafas ta’e qabeenya uummamaa biroo irratti namni dhunfaa mirga abbaa qabeenyummaa horachuu hin danda’u. ✅Akka tumaa Heera RDFI kwt 40(4-5) irraa hubachuun danda’amutti mirgi namni dhunfaa lafa baadiyyaa irratti horachuu danda’u inni guddaan mirga abbaa qabiyyummaa qofa. ✅ Qabiyyeen lafaa kunis nama umuriin isaa waggaa 18 guutee […]
Qabiyyee Lafa Baadiyyaa
Haa ta’uu malee rakkoo amma qabataman falmii qabiyyee lafaan walqabatee lafarra jiru furuuf furmaata waaraa ni fida?
LikeLike