የተሻሻለው የጸረ ሙስና ልዩ የሥነ ሥርዓትና የማስረጃ ሕግ አዋጅን ለማሻሻል የወጣው አዋጅ ቁጥር 882/2007 አንቀጽ 3(1) ድንጋጌ ዙሪያ የቀረበ መነሻ የሆነ አጭር የሕግ ማስታወሻ“In Claris non fit interpretation.” (When the text is clear, no interpretation is needed.”)መግቢያበዚህ አጭር መነሻ የሆነ የሕግ ማስታወሻ ላይ በተሻሻለው የጸረ ሙስና ልዩ የሥነ ሥርዓትና የማስረጃ ሕግ አዋጅን ለማሻሻል የወጣው አዋጅContinue reading
Author Archives: Adem Yusuf Bakke
Forensic
Add Post Forensics ivedence Seera Ragaa; Qajeeltoowwan madaallii Ragaa ilaalchisee =================================Bu’aan qorannoo samudaa ashaaraa ykn foorensikii kophaa isaa otuu hintaane ragaalee biroo waliin madaalamee ilaalamuu akka qabu Dh Ijbt MMWF glme Lkk 248162 ta’erratti gaafa 07/02/2017 hiikkoo haaraa kennee jira.=================Falmii ragaalee barreeffamaa bu’ura gochuun dhiyaataniin walqabatee yeroo hedduu mallattoon kiyyaa miti ykn ani hinmallatteessine jechuunContinue reading “Forensic”
A mortgage on imrmovable property is only valid and has legal effect if it is registered in the property register (Article 3052 of the Civil Code). An agreement to transfer immovable property as security for a loan does not constitute a valid mortgage unless it is registered. Unregistered agreements even those involvingpossession, do not createContinue reading
lafaan walqabatee
𝐃𝐡𝐚𝐝𝐝𝐚𝐜𝐡𝐢 𝐈𝐣𝐢𝐛𝐛𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐌𝐮𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐖𝐚𝐥𝐢𝐢𝗴𝗮𝐥𝗮𝗮 𝐅𝐞𝐝𝐞𝐫𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐋𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟𝐬𝐚 𝐆𝐚𝐥𝐦𝐞𝐞 armaan dura bu’uura seera hariiroo hawaasaa keewwattoota 1178 fi 1179 tiin namni fedhiidhaan yookiin osoo hin mormiin Gamoo/Mana Lafa nama biroo irratti ijaare abbaa qabeenyaa ta’a jedhee murtiilee yeroo adda addaa kennaa ture amma immoo lakkoofsa galmee 242314 ta’een hafaa taasisee Abbootii Seeraa torbaan hiikoo haaraa kenneeContinue reading “lafaan walqabatee”
Ethical value matter!
Ethics define the way a person should behave in any given situation. They are embedded in us from our childhood and almost every decision we make in our life is largely influenced by our ethical values. A person is considered good or bad based on ethical conduct. Ethics hold immense importance in both our personalContinue reading “Ethical value matter!”
Daily Sabah: Ethiopia govt, Tigray rebels ink cease-fire deal to end 2-year war | Daily Sabah
Daily Sabah: Ethiopia govt, Tigray rebels ink cease-fire deal to end 2-year war | Daily Sabah. https://www.dailysabah.com/world/africa/ethiopia-govt-tigray-rebels-ink-cease-fire-deal-to-end-2-year-war
Yakka ajjeechaa fi Adabbii
✅️Namni kamiyyuu itti yaadee yookiin dagannoon meeshaa yookiin tooftaa akaakuu kamiiniyyuu nama biroo kan ajjeese yoo ta’e ajjeesaa lubbuuti.Adabbiin nama itti yaadee yookiin dagannoon nama ajjeesuun balleessaa ta’erratti murtaa’u, akka salphinaafi cimina ajjeechaa sanaatti bu’uura tumaalee ajjeechaa lubbuu seera yakkaa keessatti ibsamaniin murtaa’a.Itti yaadee yookiin dagannoon kan nama ajjeese hundi kan adabamu bu’uura adeemsota murtiiContinue reading “Yakka ajjeechaa fi Adabbii”
Win by actions, never by argument
“Show, don’t tell” is a powerful statement that resonates well with this idea. It is better to demonstrate your power through actions than through words. Winning through argument is a Pyrrhic victory; its consequences will be a huge blow against you. Arguments only stir up resentment and ill will, and such emotions are too strongContinue reading “Win by actions, never by argument”
Yaadannoo Gabaabaa Foormii Waliigaltee Qabeenyaa hin sochoonee (Brief notes ofspecial forms of contract of immovable property)Akka waliigalaatti;
Waliigalteen seera duratti ragga‟u jiraachuuf ulaagaaleen sadi, isaanis;waltaatonni dandeettii Sammuu fi dandeettii qaamaa kan qaban ta‟uu, waliigaltichi ifaa fiseera qabeessa, faallaa hamilee kan hin taanee fi bifa barreeffamaan ta‟uun barbaachisaa yoota‟e ulaagicha kan guuttatate ta‟uu qaba(SHH kwt.1678)ilaallata.Waliigalteen tokko bifa barruutiin akka taasifamu seerri kan dirqisiisu yoo ta‟e, ulaagaanbarruu seerri ajaje hordofamuu akka qabu tumaan SHHContinue reading “Yaadannoo Gabaabaa Foormii Waliigaltee Qabeenyaa hin sochoonee (Brief notes ofspecial forms of contract of immovable property)Akka waliigalaatti;”
Qallaba Daa’immanii
#Qallaba_Daaimmanii✍️Qallaba yookiin deeggarsa daa’immaniijechuun yommuumaatiin sababa diiggaa gaa’elaan yookaan sababa biroon adda bahan kanfaltii gareen daa’imni waliin hin jiraanne garee daa’imni biratti guddatuuf kanfalu jechuudha. ✍️Kun daa’imman gaa’elaan ala dhalatanis ni dabalata.Kanas ICCPR keewwata 24 HMFDRI keewwata 25 fi 36 irraa hubachuun ni danda’ama. ✍️Maanuwaalii Murteessa Qallaba Daa’immanii Manneen Murtii Oromiyaa Lakkoofsa 1/2010 keewwata 2(3)Continue reading “Qallaba Daa’immanii”