#Lafa_baadiyyaa_Oromiyaa_fi_Adabbii_yakkaa✍️Dambii_Bulchiinsaa fi Itti fayyadama Lafa Baadiyyaa Naannoo Oromiyaa Lakk. Galmee 151/2005 keewwata 33 jalaatti lafa baadiyyaan walqabatee gochoota yakkaa raawwataman irratti adabbii tarreesse jira innis:- ✍1.Lafa baadiyaa osoo hin kennamniif seeraan ala qabachuun yookiin qabachuu yaaluun yookiin mana ijaaruun yookiin dallaa ijaaruun yookiin qotuun yookiin qotuu yaaluun dhorkaadha, ✍️namni kamiyyuu osoo beekuu yookiin beekuu osooContinue reading “Lafa”
Category Archives: Uncategorized
Balleessawwan Balaa tiraafikii
Balleessaa lafoo deemtotaan nageenya tiraafikaa irratti raawwatamanii fi adabbii hordofsiisu!።።።።።።።።።።።።።Bu’uura qajeelfama to’annoo nageenya tiraafikaa mirkaneessuuf bahe lakk.117/2012 tiin balleessaawwan nageenya tiraafikaa irratti qaamolee garagaraan raawwatamanii fi adabbiiwwan hordofsiisan tumamanii jiru. Balleessaawwan kunis;◆ kan konkolaachisaan raawwataman◆ kan abbootii qabeenya konkolaataan raawwataman◆ kan gargaaraa konkolaachisaan raawwataman◆ kan lafo deemtotaan raawwataman jechuudhaan tumamanii jiru.Balleessaawwan nageenya tiraafikaa yeroo hedduuContinue reading “Balleessawwan Balaa tiraafikii”
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa yakkawwan dirqamaan gudeeduu naannoo Tigiraayitti qaqqaban jedhe ifa godheera.
‘Tigraayiitti baatiiwwan lamaan darbaniitti miidhaan dirqiin gudeeduu 108 gabaafame’ Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa yakkawwan dirqamaan gudeeduu naannoo Tigiraayitti qaqqaban jedhe ifa godheera. “Bakkeewwan tokko tokkottis dhaabbileen akka buufata fayyaafi poolisiin kanneen namoonni miidhaa irra gahee itti gabaasan diigamuusaanitiin walqabatee kanneen gabaasa taasifaman ammaafi miidhaa qaqabee sirriin kan hinmul’ifneefi miidhaa saalaa qaqabee kana caalaa ta’uu akkaContinue reading “Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa yakkawwan dirqamaan gudeeduu naannoo Tigiraayitti qaqqaban jedhe ifa godheera.”
Qabiyyee Lafa Baadiyyaa
Darbinsa Yeroo Falmii Lafa Baadiyyaa. ✅Biyya keenyatti lafas ta’e qabeenya uummamaa biroo irratti namni dhunfaa mirga abbaa qabeenyummaa horachuu hin danda’u. ✅Akka tumaa Heera RDFI kwt 40(4-5) irraa hubachuun danda’amutti mirgi namni dhunfaa lafa baadiyyaa irratti horachuu danda’u inni guddaan mirga abbaa qabiyyummaa qofa. ✅ Qabiyyeen lafaa kunis nama umuriin isaa waggaa 18 guutee […]Continue reading “Qabiyyee Lafa Baadiyyaa”
MIRGA_WABII_FI_MURTIILEE_DHADDACHA_IJIBBAATAA_MMWF
✅#Dhaddachi_Ijibbaataa_Mana_Murtii_Waliigalaa_Federaalaa_Jildii 24ffaa Lakkoofsa Galmee 182050 ta’een ‘’sababa yakki himatamaan raawwateen hamma miidhaa qaqqabe ilaalchisee Abbaan Alangaa keewwata seera himannicha hundeen hanga miidhaa yakkichaan dhaqqabe ibsuu dhabuun; himatamaan mirga wabiitiin yoo gadi lakkifame dirqama wabii kabajee dhihaachuu hin danda’u tilmaama jedhuun fudhachuun mirga wabii kan dhorkisiisuu miti,shakkamaan yakka biraatiin kan barbaadamu yoo ta’e malee mirga wabiin baheeContinue reading “MIRGA_WABII_FI_MURTIILEE_DHADDACHA_IJIBBAATAA_MMWF”
Kanfaltii Sooramaa Hojjattoota Mootummaa fi Seera
✅Hojjataan mootummaa kanfaltii sooramaa argachuuf mirga qaba.Barri tajaajila hojjataa mootummaa lakkaa’amuu kan eegalu guyyaa qaxarame yookiin ramadame irraa kaaseeti.✔Kanfaltiin sooramaa kan kaffalamu ji’a ji’aan akka ta’e Labsii Soramaa fooyya’ee bahe Lakk.1267/2022 keewwata 47(1) jalatti tumeera.1️⃣.Hojjataan mootummaa tokko sababa miidhaa hojiirraa gaheen miidhame kanfaltii 10% gadi hin taane yookiin miidhaa fayyuu hin dandeenye yoo ta’e durgooContinue reading “Kanfaltii Sooramaa Hojjattoota Mootummaa fi Seera”
Maallaqa Biyya Alaa (Hard Currency)
🛑Maallaqa biyya alaa/hard currency/ seeran ala qabachuu👉👉👉👉 👈👈👈👈 ✍ Qarshii biyya alaa ykn sharafa biyya ala ( you can take any foreign currency 🇫🇮🇪🇺🇬🇦🇬🇶🇬🇧🌍🌍💸💷💶💵) hangamii fi guyyaa meeqaaf yoo qabnne itti gaafatamummaa yakkaa hordosiisaa??? ✍Namni Itoophiyaa keessa jiraatuu ( person residing in Ethiopia) fi Namni jiraataa Itoophiyaa hin taane ( person not residing in Ethiopia)Continue reading “Maallaqa Biyya Alaa (Hard Currency)”
Qabiyyee Lafa Baadiyyaa
Darbinsa Yeroo Falmii Lafa Baadiyyaa. ✅Biyya keenyatti lafas ta’e qabeenya uummamaa biroo irratti namni dhunfaa mirga abbaa qabeenyummaa horachuu hin danda’u. ✅Akka tumaa Heera RDFI kwt 40(4-5) irraa hubachuun danda’amutti mirgi namni dhunfaa lafa baadiyyaa irratti horachuu danda’u inni guddaan mirga abbaa qabiyyummaa qofa. ✅ Qabiyyeen lafaa kunis nama umuriin isaa waggaa 18 guuteeContinue reading “Qabiyyee Lafa Baadiyyaa”
Ethiopian National Dialogue Commission Establishment [Draft] Proclamation — Ethiopian Legal Brief
Ethiopian National Dialogue Commission Establishment Proclamation Ethiopian National Dialogue Commission Establishment [Draft] Proclamation — Ethiopian Legal Brief
Aangoo fi gahee Waajira lafa Magaalaa Naannoo Oromiyaa
Akkaataa Labsii Qaama Raawwachiiftuu lakkoofsa 242/2014tiin 6. Biiroo Lafaa Biirichi aangoofi hojii armaan gadii ni qabaata: 1) Lafa naannichaa ni bulcha; qabiinsa ragaa lafaa hammayyaawaa ta’e akka jiraatu ni hojjata; hojii kaadaastaraa ni raawwata; qabiyyee lafaa ni galmeessa; kaartaa abbaa qabiyyee lafaa ni kenna; bulchiinsa lafaatiin walqabatee hojii qaawwisaa, ji’oispaashaalii fi maappiingii ni hojjata; ragaaContinue reading “Aangoo fi gahee Waajira lafa Magaalaa Naannoo Oromiyaa”